Hojiin tajaajila lammummaa hojii rakkoo ummata sadarkaa gadaanaarra jiraatanii furuuti – Obbo Masfin…
Finfinnee, Waxabajjii 5, 2015 (FBC) –Sadarkaa Itti Aanaa Pireezidaantiitti Qindeessaan Kilaastara Magaalota Oromiyaa Obbo Masfin Malaakuu Magaalaa Jimmaatti hojii tajaajila lammummaatiin…