Deeggarsi Namoomaa kaayyoo barbaadameef akka oolu qindoominaan hojjetamaa jira – KHSB
Finfinnee, Caamsaa 24, 2015 (FBC) – Deeggarsi Namoomaa kaayyoo barbaadameef akka oolu dhaabbilee deeggartootaa waliin qindoominaan hojjetamaa jiraachuu Komishiniin Hoggansa Sodaa Balaa…