Oduu biyya keessaa Obbo Musxafeen Toogoo Wucaaleetti hojiilee misoomaa daawwatan Sifen Megersa May 22, 2023 0 Finfinnee, Caamsaa 14, 2015 (FBC) – Pireezidaantiin Naannoo Somaalee Obbo Musxafee Mahaammad magaalaa Toogoo Wucaaleetti hojiilee misoomaa daawwataniiru. Manneen waliin jireenyaa…
Oduu biyya keessaa Bara kana haadholii harka qalleeyyii kuma 30 oliif tajaajila tolaan manni jireenyaa ni ijaarrama… Ayana Dheressa May 22, 2023 0 Finfinnee, Caamsaa 14, 2015 (FBC) – Bara kana haadholii harka qalleeyyii kuma 30 ol ta’aniif kenna tajaajila tolaan mana jireenyaa ijaaruuf kan hojjetamu ta’uu Biiroon Dhimma Dubartootaa fi…
Oduu biyya keessaa Oromiyaatti Egzibishiniin hojiifi hojjetaa walqunnamsiisu qophaa’e Sifen Megersa May 22, 2023 0 Finfinnee, Caamsaa 14, 2015 (FBC) – Biiroon Dhimma Hojjataafi Hawaasummaa Oromiyaa yeroo jalqabaaf Egzibiishiinii hojiifi hojjataa walqunnamsiisu Magaalaa Adaamaatti qopheessuu beeksiseera.…
Teeknooloojii Gamtaan Awurooppaa Dhaabbata “Meetaa” Doolaara biiliyoona 1.3 adabe Ayana Dheressa May 22, 2023 0 Finfinnee, Caamsaa 14, 2015(FB)- Gamtaan Awurooppaa Dhaabbata “Meetaa” Doolaara biiliyoona 1.3 adabuu gabaafame. Gamtichi dhaabbatichi ragaalee Awurooppaanotaa Ameerikaaf dabarsee…
Oduu biyya keessaa Obbo Dammaqaan Ministira Misooma Idil Addunyaa Kaanaadaa waliin mari’atan Ayana Dheressa May 22, 2023 0 Finfinnee, Caamsaa 14, 2015 (FBC) – Itti Aanaan Muummee Minsitiraa fi Ministirri Ministeera Dhimma Alaa Obbo Dammaqaa Makonniin Ministira Misooma Idil Addunyaa Kaanaadaa Haarjiit Siing…
Oduu biyya keessaa Ityoophiyaa badhaate ijaaruu fi dameewwan hunda ammayyeessuuf kalaqni murteessadha –MM Abiy Ahimad. Sifen Megersa May 22, 2023 0 Finfinnee, Caamsaa 14, 2015 (FBC) – Muummeen Ministiraa FDRI Abiy Ahimad Waltajjii dorgommii ogummaa biyyaalessaa 3ffaa ifatti bananiiru. Waltajjii Ministeerri Hojii fi Ogummaa mata duree…
Oduu biyya keessaa Obbo Ahimad Shidee walga’ii waggaa Baankii Misooma Afrikaarratti hirmaachuuf Ijibtiin galan Debela Tadesse May 22, 2023 0 Finfinnee, Caamsaa 14, 2015 (FBC)- Ministirri Ministeera Maallaqaa obbo Ahimad Shideen walga’iiwaltti qabdoota boordii Baankii Misoomaa Afrikaa 2023rratti hirmaachuuf Ijibtiin galan.…
Oduu biyya keessaa Korri Qorannoo Seenaa Oromoo Harargee gaggeeffamaa jira Debela Tadesse May 22, 2023 0 Finfinnee, Caamsaa 14, 2015 (FBC)- Korri mirkaneessa bu'aa qorannoo seenaa Oromoo Harargee Magaalaa Hararitti Gaggeeffamaa jira. Seenaan hawaasa Baha Oromiyaa Inistitiyuutii Qorannoo…
Oduu biyya keessaa Obbo Awwal Aarbaan agarsiisa Saayinsii Qonnaa daawwatan Sifen Megersa May 22, 2023 0 Finfinnee, Caamsaa 14, 2015 (FBC) – Pireezidaantiin Naannoo Afaar Obbo Awwal Aarbaan agarsiisa Saayinsii Qonnaa Gola Hambaa Saayinsii fi Teeknooloojiitti qophaa’e daawwataniiru.…
Oduu biyya keessaa Manneen Maree fayyadamummaa ummataa mirkaneessuuf hojjechuu qabu-Aadde Sa’aadaa Abdurraahmaan Debela Tadesse May 22, 2023 0 Finfinnee, Caamsaa 14, 2015 (FBC)- Manneen Maree ummataa aantummaan fayyadamummaa ummataa haala mirkaneessuun hojjechuu qabu jedhan Afyaa’iin caffee Oromiyaa Aadde Sa’aadaa Abduurrahmaan…