Hojjettoota Paarkii Indaastirii Adaamaaf mana jireenya ijaaruuf waliigalteen mallatteeffame
Finfinnee, Hagayya 16, 2015 (FBC)-Koorporeeshiniin Misooma Paarkiiwwan Indaastiri Ityoophiyaa hojjettootaa Paarkii indaastirii Adaamaaf manneen jireenyaa ijaaruuf Dhaabbata Oomishaa…