Oduu biyya keessaa Bulchiinsi Magaalaa Finfinnee Maaddii qoode Sifen Megersa Sep 11, 2025 0 Finfinnee, Fulbaana 1, 2018 (FMC) –Kantibaan Magaalaa Finfinnee aadde Adaanech Abeebeen ayyaana bara haaraa sababeeffachuun kutaalee hawaasaa adda addaaf maaddi qoodaniiru. Aadde…
Oduu biyya keessaa Komishiniin Gamtaa Afrikaa Itiyoophiyaanotaan baga geessan jedhe Sifen Megersa Sep 11, 2025 0 Finfinnee, Fulbaana 1, 2018 (FMC) –Dura Taa'aan Komishiniin Gamtaa Afrikaa Mahaammad Alii Yuusuuf ayyaana bara haaraa sababeeffachuun Itiyoophiyaanotaan baga geessan jedhan. Ummannii fi…
Oduu biyya keessaa Bulchiinsi magaalaa Shaggar Maaddii qoode Sifen Megersa Sep 11, 2025 0 Finfinnee, Fulbaana 1, 2018 (FMC) – Bulchiinsi Magaalaa Shaggar Ayyaana bara haaraa 2018 sababeeffachuun kutaalee hawaasaa garaagaraaf maaddii qoodera. Kantiibaan Bulchiinsa Magaalaa…
Oduu biyya keessaa Dooktar Abiy Ahimad Maaddii qoodan Sifen Megersa Sep 11, 2025 0 Finfinnee, Fulbaana 1, 2018 (FMC) – Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimadii fi Giiftii Duree Zinnaash Taayyaachoon wayita Maaddii qoodan suuraan
Oduu biyya keessaa Imbaasiwwan biyyoota garaagaraa fi dhaabbileen idil addunyaa ayyaana bara haaraa sababeeffachuun… Sifen Megersa Sep 11, 2025 0 Finfinnee, Fulbaana 1, 2018 (FMC) – Imbaasiwwan biyyoota garaagaraa fi Dhaabbileen idil addunyaa teessoo isaanii Finfinnee godhatan ayyaana bara haaraa sababeeffachuun ergaa baga geessanii…
Oduu biyya keessaa Ayyaanni Bara Haaraa kabajamaa jira Sifen Megersa Sep 11, 2025 0 Finfinnee, Fulbaana 1, 2018 (FMC) – Ayyaanni Bara Haaraa 2018 guutuu Itiyoophiyaatti kabajamaa jira. Abbootiin amantaalee, hoggantoonni olaanoon mootummaa Federaalaa fi naannolee,…
Oduu biyya keessaa Af-Yaa’iin Mana Maree Bakka Bu’oota Uummataa obbo Taaggasaa Caafoon ergaa baga geessanii dabarsan Sifen Megersa Sep 10, 2025 0 Finfinnee, Qaammee 5, 2017(FMC) – Af-Yaa’iin Mana Maree Bakka Bu’oota Uummataa obbo Taaggasaa Caafoon bara haaraa 2018 sababeeffachuun ergaa baga geessanii dabarsaniiru. Itiyoophiyaatti…
Biiznasii Laarii Eeelisan sadarkaa sooressummaa Elan Maski irraa fudhate Ayana Dheressa Sep 10, 2025 0 Finfinnee, Qaammee 5, 2017(FMC) –Dureessummaan addunyaarraa sadarkaa jalqabaarra kan ture Elan Maski hundeessaa dhaabbata Ooraakil kan ta’e Laarii Eelisaniin caalame. Qabeenya waliigalaa…
Oduu biyya keessaa Ummanni Oromoo akkasumas ummanni biyya keenyaa marti baga bacaqii gannaa baatanii booqaa birraa… Ayana Dheressa Sep 10, 2025 0 Finfinnee, Qaammee 5, 2017(FMC) – Pireezidaantiin Mootummaa Naannoo Oromiyaa Obbo Shimallis Abdiisaan Ummata Oromoo akkasumas ummata biyya keenyaa maraan, baga bacaqii gannaa baatanii booqaa…
Oduu biyya keessaa Ministirri Muummee Itti aanaan obbo Tamasgeen Xurunaan Walitti Qabaa Boordii ‘CIFF’ waliin mari’atan Ayana Dheressa Sep 10, 2025 0 Finfinnee, Qaammee 5, 2017(FMC) – Ministirri Muummee Itti aanaan obbo Tamasgeen Xurunaan Hundeessaafi Walitti Qabaa Boordii Faawundeeshinii Fandii Invastimantii Daa’immanii (CIFF) Sar…