Oduu biyya keessaa Sirni Awwaalchaa obbo Zagayyee Asfaaw har’a raawwata Sifen Megersa May 14, 2026 0 Finfinnee, Caamsaa 6, 2018(FMC) – Sirni awwaalchaa obbo Zagayyee har’a Mana Amantaa Kiristaanaa Kaatederaalii Qulqulluu Sillaaseetti raawwata. Komishinarri Komishinii Marii Biyyaalessa…
Ispoortii Piriimeer Liigii Itiyoophiyaan har’a taphoonni 4 ni taphatamu Sifen Megersa May 14, 2026 0 Finfinnee, Caamsaa 6, 2018(FMC) – Taphoota CBE Piriimiyeer liigii Itiyoophiyaa sagantaa torbee 32ffaan har'a taphoonni 4 ni taphatamu. Waaree booda sa'aatii 7:00 eegalee Buna Sidaamaa…
Oduu biyya keessaa Finfinneen Giddugala dippiloomaasii idil-addunyaa taateetti- Antooniyoo Guutareez Yonatan Birhanu May 13, 2026 0 Finfinnee, Caamsaa 5, 2018( FMC)- Barreessaa Olaanaan Mootummoota Gamtoomanii Antooniyoo Guutareez Finfinneen Giddugala dippiloomaasii idil-addunyaa taateetti jedhan. Bakka Ministirri…
Oduu biyya keessaa Afrikaan Sirna Idil-addunyaa Keessatti Bakka Bu’ummaa Ga’aa Argachuu Qabdi” – Dooktar… Yonatan Birhanu May 13, 2026 0 Finfinnee, Caamsaa 05, 2018 (FMC) - Afrikaan sirna idil-addunyaa carraa ishee egeree murteessu keessatti bakka bu’ummaa ga’aa qabaachuu qabdi jedhan Ministirri Muummee Dooktar Abiy Ahimad.…
Oduu biyya keessaa Ergaa Ministira Muummee Itti aanaa obbo Tamasgeen Xurunaa Ayana Dheressa May 13, 2026 0 Itiyoophiyaatti daawwannaa hojii kan taasisan Pireezidaantii Faransaay Imaanu’eel Maakroon gaggeessineerra. Pireezidaantichi turtii Itiyoophiyaatti taasisaniin ajandaalee waloo gamlamee…
Oduu biyya keessaa Ergaa Ministira Muummee Dooktar Abiy Ahimad Ayana Dheressa May 13, 2026 0 Itiyoophiyaafi Mootummoota Gamtoomanii, seenaa waloo, tumsa ammaafi ce’aa nagaan waliin jiraachuuf! Itiyoophiyaan imala waggoota 80 Mootummoota Gamtoomanii sababeeffachuun mata duree…
Oduu biyya keessaa Aadde Adaanech Abeebeen Hojii Raawwachiisaa Olaanaa Atileetiksii Idil-addunyaa waliin mari’atan Ayana Dheressa May 13, 2026 0 Finfinnee, Caamsaa 5, 2018 (FMC) – Kantiibaan Magaalaa Finfinnee aadde Adaanech Abeebeen Hojii Raawwachiisaa Olaanaa Atileetiksii Idil-addunyaa Joon Raajiyoon waliin mari’ataniiru. Aadde…
Oduu biyya keessaa Yaa’iin waggaa Gamtaa Afrikaafi Mootummoota Gamtoomanii xumurame Ayana Dheressa May 13, 2026 0 Finfinnee, Caamsaa 5, 2018 (FMC) – Yaa’iin waggaa Gamtaa Afrikaafi Mootummoota Gamtoomanii 10ffaan ibsa ejjennoo waloo abbaa qabxii 26 baasuun xumurameera. Yaa’ichi bakka Barreessaa…
Oduu biyya keessaa Hariiroon Itiyoophiyaafi Faransaay cimee itti fufa- TKM Ayana Dheressa May 13, 2026 0 Finfinnee, Caamsaa 5, 2018 (FMC) – Hariiroon Itiyoophiyaafi Faransaay cimee itti fufa jedhe Tajaajilli Koominikeeshinii Mootummaa. Tajaajilichi ibsa baaseen, hariiroon biyyoota lameenii…
Ispoortii Shaampiyoonaa Atileetiksii Afrikaan dorgommiin fiigicha meetira kuma 10 dhiirotaa har’a gaggeeffama Ayana Dheressa May 13, 2026 0 Finfinnee, Caamsaa 5, 2018 (FMC) – Shaampiyoonaa Atileetiksii Afrikaa 24ffaan dorgommiin fiigicha meetira kuma 10 dhiirotaa har’a galgala sa’aatii 3:25 irraa eegalee gaggeeffama.…