Daandii Qilleensichaa hundeeffama Waggaa 80ffaa Sababeeffachuun Giddugala agarsiisaa banaa taasise
Finfinnee, Caamsaa 6, 2018(FMC) –Daandiin Qilleensa Itiyoophiyaa hundeeffama waggaa 80ffaa isaa sababeeffachuun agarsiisa Xiyyaarotaa qilleensaa buufata Xiyaaraa idil Addunyaa Booleetti…