Weerara Awwaannisaa Naannoo Tigraayitti mudate ittisuuf deeggarsi cimsee akka itti fufu gaafatame
Finfinnee, Hagayya 5, 2015 (FBC)- Mootummaan weerara Awwaannisaa Naannoo Tigraayitti mudate ittisuuf deeggarsi taasisu cimee akka itti fufu Biiroon Qonnaa fi Qabeenyaa Umaama Bulchiinsa…