Naannoleen bittaafi gurgurtaa boba’aa gama elektirooniksiin eegaluuf qophiin xumuramuu ibsame
Finfinnee, Eebla 25, 2015(FBC)- Naannoleen bittaafi gurgurtaa boba’aa gama elektirooniksiin eegaluuf qophiinxumuruu Ministeerri Daldalaafi Walitti Hidhamiinsa Naannawaa beeksise.…