MM Abiy Ahimad ajjeeffamuu Obbo Girmaa Yeeshixilaa hordofee gaddi itti dhaga’amuu ibsan
Finfinnee, Eebla 19, 2015 (FBC) – Muummeen Ministiraa FDRI Abiy Ahimad ajjeeffamuu Itti gaafatamaan Waajjira Paartii Badhaadhinaa Damee Naannoo Amaaraa Obbo Girmaa Yeshiixilaatti gaddi itti…