Oromiyaatti Duulli Qindaa’aa Talaallii Kaansarii fiixee gadameessaa fi Covid-19 eegale
Finfinnee, Eebla 17, 2015 (FBC) – Biiroon Fayyaa Oromiyaa Duula Qindaa’aa Talaallii Kaansarii fiixee gadameessaa fi Covid-19 marsaa 4ffaa har'a magaalaa Mojootti jalqabsiise.
Kaansariin…