Bakka MM Abiy Ahimad argamanitti sirni beekkamtii qooda fudhattoota nageenyaa gaggeeffamaa jira
Finfinnee, Eebla 15, 2015 (FBC)- Dura bu’ummaa Gamtaa Afrikaan marii nageenyaa keessatti qaamolee fudhataniif sirni beekkamtii kennuu bakka Muummeen Ministiraa FDRI Abiy Ahimad argamaniitti…