Oduu biyya keessaa Ayyaanni Fannoo Iyyasuus Kiristoos kabajame Sifen Megersa Apr 14, 2023 0 Finfinnee, Eebla 6, 2015 (FBC) –Ayyaanni Fannoo Iyyasuus Kiristoos hordoftoota Amantaa Kiristiyaanaan kabajame. Hordoftoonni Amantaa Ortodoksii Waloomaa, Kaatoolikii fi Hordoftoonni…
Oduu biyya keessaa Mariin Hariiroo naannolee Oromiyaa fi Somaalee cimsuurratti xiyyeeffate gaggeeffamaa jira Sifen Megersa Apr 14, 2023 0 Finfinnee, Eebla 6, 2015 (FBC) – Mariin Hariiroo waloo naannolee Oromiyaa fi Somaalee cimsuurratti xiyyeeffate magaalaa Dirre Dawaatti gaggeeffamaa jira. Jilli Pireezidaantiin Naannoo…
Oduu biyya keessaa Miseensonni humna addaa gara Riifoormitti hin makamne hanga Wiixataatti caasaa nageenyaa… Sifen Megersa Apr 14, 2023 0 Finfinnee, Eebla 6, 2015 (FBC) – Miseensonni humna addaa sababa eeyyamaa fi dhibeen gara Riifoormitti hin makamne hanga Wiixataa dhufuutti caasaa nageenyaa barbaadaniitti akka makaman…
Oduu biyya keessaa Pireezidaanti Hasan Sheek Mahaammad daawwannaa hojiif Finfinnee galan Sifen Megersa Apr 14, 2023 0 Finfinnee, Eebla 6, 2015 (FBC) – Pireezidaantiin Somaaliyaa Hasan Sheek Mahaammad daawwannaa hojiif Finfinnee galaniiru. Pireezidaanti Hasan Sheek Mahaammad wayita Buufata Xiyyaaraa Idil…
Oduu biyya keessaa Muummeen Ministiraa Xaaliyaanii Joorjiyaa Meelooniin daawwannaa hojiif Finfinnee galan Sifen Megersa Apr 14, 2023 0 Finfinnee, Eebla 6, 2015 (FBC) – Muummeen Ministiraa Xaaliyaanii Joorjiyaa Meelooniin daawwannaa hojii guyyoota lamaaf Finfinnee galaniiru. Joorjiyaa Meelooniin wayita Buufata Xiyyaara…
Oduu biyya keessaa Ayyaanni Faasikaa wayita kabajamu tokkummaa biyyaa waaraan mirkaneessuuf waadaa galuun ta’uu… Sifen Megersa Apr 14, 2023 0 Finfinnee, Eebla 6, 2015 (FBC) –Ayyaanni Faasikaa wayita kabajamu tokkummaa fi Araara biyyaa waaraan mirkaneessuuf waadaa galuun ta'uu akka qabu dureewwan Amantaa Kiristiyaanaa ibsan.…
Idil Addunyaa Pireezidaanti Luulaa Daa Siilvaan gahee Garmalee Doolaarri Ameerikaa Diinagdee Addunyaa keessatti… Sifen Megersa Apr 14, 2023 0 Finfinnee, Eebla 6, 2015 (FBC) – Pireezidaantiin Biraaziil Luulaa Daa Siilvaan gahee garmalee Doolaarri Ameerikaa Diinagdee Addunyaa keessatti qabu qeeqaniiru. Pireezidaanti Luulaa Daa…
Oduu biyya keessaa Obbo Maammoo Mihiratuun Itti Aanaa Bulchaa Baankii Biyyaalessa Xaaliyaanii waliin mari’atan Sifen Megersa Apr 14, 2023 0 Finfinnee, Eebla 6, 2015 (FBC) – Bulchaan Baankii Biyyaalessa Ityoophiyaa Obbo Maammoo Mihiratuun Itti Aanaa Bulchaa Baankii Biyyaalessa Xaaliyaanii Pooyeroo Sippaaloongaar waliin…
Oduu biyya keessaa MM Abiy Ahimad hojiilee maaddii guutuu magaalaa Finfinnee daawwatan Sifen Megersa Apr 14, 2023 0 Finfinnee, Eebla 6, 2015 (FBC) – Muummeen Ministiraa FDRI Abiy Ahimad hojiilee maaddii guutuu magaalaa Finfinnee daawwataniiru. Muummeen Ministiraa FDRI Abiy Ahimad magaalaa Finfinneetti…
Oduu biyya keessaa Ayyaanonni Fannoo fi Faasikaa karaa nagaan akka kabajamu qophii ga’aan taasifame – Humna… Sifen Megersa Apr 14, 2023 0 Finfinnee, Eebla 6, 2015 (FBC) – Ayyaanonni Fannoo fi Faasikaa karaa nagaan akka kabajamu qophiin barbaachisu taasifamuun hojiitti galamuu Humni Waloo Nageenyaa fi Tikaa beeksise.…