Kutaa Magaalaa Booleetti Pirojektiiwwan 85 Birrii miiliyoona 323 oliin ijaaraman eebbifaman
Finfinnee, Eebla 3, 2015 (FBC)- Magaalaa Finfinnee Kutaa Magaalaa Booleetti guyyoota 90 keessatti pirojektiiwwan nama irratti xiyyeeffatan 85 Birrii miiliyoona 323 oliin ijaaraman xumuramuun…