Rakkoolee jiran adeemsa maree biyyaaleessaan furuuf xiyyeeffannoon hojjetamaa jira – Dooktar Abiy…
Finfinnee, Waxabajjii 29, 2015 (FBC) – Rakkoolee jiran adeemsa maree biyyaaleessaan furuuf xiyyeeffannoon hojjetamaa jiraachuu Muummeen Ministiraa FDRI Dooktar Abiy Ahimad ibsaniiru.…