Oduu biyya keessaa Baatii Eeblaa hammi roobaa fooyya’aan jiraachuu ibsame Sifen Megersa Apr 4, 2023 0 Finfinnee, Bitootessa 26, 2015 (FBC) – Baatii Eeblaa roobni jiraachuu Inistiityuutiin Raaga haala Qilleensaa Ityoophiyaa beeksiseera. Roobni gahaan waqtii arfaasaa lamaan darbanirraa…
Oduu biyya keessaa Aanaa Addaa Burjiitti namoonni kumni 83 ol sababa hongeen rakkoof saaxilaman Sifen Megersa Apr 4, 2023 0 Finfinnee, Bitootessa 26, 2015 (FBC) – Naannoo Ummattoota Kibbaa aanaa Addaa Burjiitti namoonni kumni 83 ol sababa hongeen rakkoof saaxilamuu bulchiinsi aanichaa beeksise. Aanichaatti…
Oduu biyya keessaa Baankiin Addunyaa fayyadama Qabeenya Bishaaniif deeggarsa barbaachisu kan taasiisu ta’uu ibse Sifen Megersa Apr 4, 2023 0 Finfinnee, Bitootessa 26, 2015 (FBC) – Ministirri Ministeera Bishaanii fi Inarjii Dooktar Injiinar Haabtaamuu Ittafaan Baankii Addunyaatti daayrektara damee Bishaanii Saarooji Kumaar fi jila…
Oduu biyya keessaa Gamtaan Awurooppaa tumsa Ityoophiyaa waliin qabu cimsuuf ni hojjeta- Ambaasaaddar Roolaand Koobiyaa Ayana Dheressa Apr 4, 2023 0 Finfinnee, Bitootessa 26, 2015(FBC)- Gamtaan Awurooppaa tumsa Ityoophiyaa waliin qabu cimsuuf kan hojjetu ta’uu Ityoophiyaatti Ambaasaaddarri Gamtaa Awurooppaa Ambaasaaddar Roolaand…
Oduu biyya keessaa Damee Qonnaa caalmatti bu’aa qabeessa taasiisuuf hojmaanni qindaa’aan cimee itti fufeera -Ministeera… Sifen Megersa Apr 4, 2023 0 Finfinnee, Bitootessa 26, 2015 (FBC) – Ministirri Qonnaa Dooktar Girmaa Amanteen Damee Qonnaa caalmatti bu’aa qabeessa taasiisuuf dhimmoota dandeessisanirrati hoggantoota dhaabbata Agiraa…
Oduu biyya keessaa Aadde Adaanech Abeebeen Ityoophiyaatti Ambaasaaddara Israa’el waliin mari’atan Ayana Dheressa Apr 4, 2023 0 Finfinnee, Bitootessa 26, 2015(FBC)- Kantiibaan Magaalaa Finfinnee Aadde Adaanech Abeebeen Ityoophiyaatti Ambaasaaddara Israa’el Allallinyi Admaasuu waliin mari’ataniiru. Mariisaaniin,…
Oduu biyya keessaa Ityoo-Telekoomiifi Manni Murtii Waliigalaa Federaalaa kenniinsa tajaajila murtii diijitaalaa… Ayana Dheressa Apr 4, 2023 0 Finfinnee, Bitootessa 26, 2015(FBC)- Ityoo-Telekoomiifi Manni Murtii Waliigalaa Federaalaa waliigaltee kenniinsa tajaajila murtii diijitaalaa hojiirra oolchuu dandeessisu waliif…
Oduu biyya keessaa Dhaabbileen 193 fayyadamoo sagantaa sochoostota diinagdee mirgi addaa eeyyamameef ta’an Ayana Dheressa Apr 4, 2023 0 Finfinnee, Bitootessa 26, 2015(FBC)- Komishiniin Gumruukaa dhaabbilee 193’f fayyadamoo sagantaa sochoostota diinagdee mirgi addaa eeyyamameef akka ta’aniif beekamtii kennuu ibsame.…
Idil Addunyaa Ameerikaan Kooriyaa Kibbaafi Jaappaan waliin shaakala loltummaa galaanarraa eegalte Ayana Dheressa Apr 4, 2023 0 Finfinnee, Bitootessa 26, 2015(FBC)- Ameerikaan Kooriyaa Kibbaafi Jaappaan waliin shaakala loltummaa waloo galaanarraa eegaluu gabaafame. Shaakalli loltummaa kun Ameerikaan kan hogganamu…
Oduu biyya keessaa Hariiroo Ityoophiyaa fi Angoolaa damee Biiznasiin jiru cimsuun barbaachisaadha – Obbo Dammaqaa… Sifen Megersa Apr 4, 2023 0 Finfinnee, Bitootessa 26, 2015 (FBC) – Hariiroo Ityoophiyaa fi Angoolaa damee Biiznasiin jiru cimsuun barbaachisaa ta’uu Itti Aanaan Muummee Ministiraa fi Ministirri Dhimma Alaa Obbo…