Waltajjiin yaada galtee walitti qabuu sanada imaaammataa Artifiishaal Intalajansii gaggeeffamaa jira
Finfinnee, Waxabajjii 22, 2015 (FBC)- Waltajjiin marii yaada galtee sanada imaaammataa Artifiishaal Intalajansii Biyyaaleessaa qooda fudhatoota irraa walitti qabuu geggeeffama jira.…