Oduu biyya keessaa Obbo Dammaqaan Dirre Dhawaatti dhaabbilee Biiznasii daawwatan Sifen Megersa Jun 26, 2023 0 Finfinnee, Waxabajjii 19, 2015 (FBC) – Itti Aanaan Muummee Ministiraa fi Ministirri Ministera Dhimma Alaa Obbo Dammaqaa Makonniin Dirre Dhawaatti dhaabbilee Biiznasii daawwataniiru.…
Biiznasii Namoonni karaa seeraan alaa Maallaqa sharafan to’ataman Sifen Megersa Jun 25, 2023 0 Finfinnee, Waxabajjii 18, 2015 (FBC) –Magaalaa Finfinneetti namoonni dhuunfaan karaa seeraan alaa Maallaqaa sharafan to'atamuu Poolisiin magaalichaa beeksise. Namoonni kunneen kutaa…
Idil Addunyaa Kaanaadaatti balaan Ibiddaa mudate lafa Bosonaa heektaara miiliyoona 7 ol waliin gahe Sifen Megersa Jun 25, 2023 0 Finfinnee, Waxabajjii 18, 2015 (FBC) –Kaanaadaatti balaan Ibiddaa mudate babal'achuun lafa Bosonaa heektaara miiliyoona 7.2 waliin gahuu dhaga'ame. Balicha balaa Ibiddaa hanga ammaatti…
Oduu biyya keessaa Aadde Adaanech Tajaajila dijitaalaawaa Mana Kitaabaa Abrihootitti eegalchiisan Debela Tadesse Jun 25, 2023 0 Finfinnee, Waxabajjii 18, 2015 (FBC)- Mana Kitaabaa Abrihootitti tajaajila dijitaalaawaa eegalchiisuu Kantiibaan Bulchiinsa Magaalaa Finfinnee Aadde Adaanech Abeebeen ibsan. Manni…
Oduu biyya keessaa Qondaaltonni mootummaa, hoggantoonni caasaa nageenyaa, oomishtoonni daldala seeraan alaa… Debela Tadesse Jun 25, 2023 0 Finfinnee, Waxabajjii 18, 2015 (FBC)- Qondaaltonni mootummaa, hoggantoonni caasaa nageenyaa, oomishtoonni daldala seeraan alaa albuuda Warqeerratti hirmaatan 32 to’annoo jala oolfamuu…
Oduu biyya keessaa Shawaa Kaabaatti nageenya ummataa booressuuf socho’aa kan turaan miseensonni garee badiisaa to’annoo… Debela Tadesse Jun 25, 2023 0 Finfinnee Waxabajjii 18, 2015 (FBC)- Godina Shawaa Kaabaatti nageenyaa meeshaalee waraanaa gurmuu fi dhuunfaa hidhachuun nageenyaa hawaasaa booressuuf kan socho’aa turan miseensonni garee…
Oduu biyya keessaa Baranas ummatni dhaabbii biqiltuurratti Xiiqiin hirmaatee biyya laliste dhaloota dhaalchisuu qaba… Debela Tadesse Jun 25, 2023 0 Finfinnee, Waxabajjii 18, 2015 (FBC)- Ummannii Naanoo Oromiyaa baranas akkuma kanan duraa dhaabbii biqiltuurratti xiiqiin hirmaatee biyya badhaatee fi laliste dhaloota dhaalchisuuakka qabu…
Oduu biyya keessaa Tola ooltonni daangaa ce’oo Sagantaa Ashaaraa Magariisaa gaggeessan Debela Tadesse Jun 25, 2023 0 Finfinnee, Waxabajjii 18, 2015 (FBC)- Daraggoonni hirmaattota tajaajila tola ooltummaa daangaa ce’aa Magaalaa Aggaarootti sagantaa Ashaaraa Magariisaa eegalachiisaniiru. Sagantichi mata…
Oduu biyya keessaa Jeneraal Ababaawuu humna addaa deebisanii gurmeessuuf hojiileen hafan yeroo gabaaba keessatti akka… Debela Tadesse Jun 25, 2023 0 Finfinnee, Waxabajjii 18, 2015 (FBC)- Hojiilee humna addaa deebisanii gurmeessuu sadarkaa maaliirra akka jiruu gamaaggamuuf waltajjiin marii xiyyeeffate Waajjiraa Poolisii Federaalaatti…
Oduu biyya keessaa Godina Jimmaatti sagantaan dhaabbii biqiltuu eegalame Debela Tadesse Jun 25, 2023 0 Finfinnee Waxabajjii 18, 2015 (FBC)- Godina Jimmaa Aanaa Oomoo Naaddaatti, mata duree “Boruu keenya har’a haadhaabnu” jedhuun sahagnataa dhaabbii biqiltuu geggeeffameera. Saganticharratti…