Waajabila Faanaa Sirni Badhaasaa ‘Oskaar’ 95ffaan gaggeeffame Debela Tadesse Mar 13, 2023 0 Finfinnee, Bitootessa 4, 2015 (FBC)- Sirni Badhaasaa Aartii ‘Oskaar’ jedhamuun beekamu 95ffaan gaggeeffameera. Fiilmiin Saayinsaawaa “Everything everywhere all at once” fi fiilmiin seenaa…
Oduu biyya keessaa MM Abiy Ahimad daawwannaa hojiif Sudaan Kibbaa galan Debela Tadesse Mar 13, 2023 0 Finfinnee, Bitootessa 4, 2015 (FBC)- Muummeen Ministiraa FDRI Abiy Ahimad daawwannaa hojiif Sudaan Kibbaa Juubaa galaniiru. Muummeen Ministiraa Abiy Ahimad wayita Juubaa ga’anitti…
Oduu biyya keessaa Leenjiin Koree Giddugaleessaa Liigii Dargaggootaa Baahirdaaritti kennamuu eegale Debela Tadesse Mar 13, 2023 0 Finfinnee, Bitootessa 4, 2015 (FBC)- Leenjiin Koree Giddugaleessaa Liigii Dargaggootaa Paartii Badhaadhinaa mata duree “Dandeettiin dargaggootaa badhaadhina hundaagaleessaa Ityoophiyaa…
Oduu biyya keessaa Yaa’iin Godaansaa 4ffaan Finfinneetti gaggeeffamaa jira Sifen Megersa Mar 13, 2023 0 Finfinnee, Bitootessa 4, 2015 (FBC) – Yaa’iin Godaansaa naannawaa Gaanfa Afrikaa 4ffaan Finfinneetti gaggeeffamaa jira. Ityoophiyaan lammiilee isheef biyya keessatti carraa hojii uumuun…
Oduu biyya keessaa Seeftiineetii Misoomaan Birrii biiliyoonni 2.5 ol deeggarsa taasifameera- MMBM Ayana Dheressa Mar 13, 2023 0 Finfinnee, Bitootessa 4, 2015(FBC)- Seeftiineetii Misoomaan Birrii biiliyoonni 2.5 ol deeggarsa taasifamuu Ministeerri Magaalaafi Bu’uuraalee Misoomaa ibse. Piroojetii misoomaa…
Oduu biyya keessaa Kooriyaan Kaabaa misaa’eloota tarsiimawoo lama furguggiste Debela Tadesse Mar 13, 2023 0 Finfinnee, Bitootessa 4, 2015 (FBC)- Waraanni waloo Kooriyaa Kibbaa fi Ameerikaa jala bultii shaakala jalqabuuf jiraniitti Kooriyaan Kaabaa misaa’eloota lama furguggisuun gabaafame.…
Oduu biyya keessaa Yaa’iin Ejensii Humna Atoomikii Idil Addunyaa Finfinneetti gaggeeffamaa jira Ayana Dheressa Mar 13, 2023 0 Finfinnee, Bitootessa 4, 2015(FBC)- Yaa’iin Ejensii Humna Atoomikii Idil Addunyaa magaalaa Finfinneetti gaggeeffamaa jira. Yaa’ichaan deeggarsi ejensichi biyyoota Afrikaa miseensa…
Oduu biyya keessaa Obbo Musxafeen miseensota koree gorsitota qulqullina barnootaa hundaa’e waliin mari’atan Debela Tadesse Mar 12, 2023 0 Finfinnee, Bitootessa 3, 2015 (FBC)- Pireezidantiin Naannoo Somaalee Obbo Musxafee Mahaammad naannichatti kan hundaa’e miseensota koree gorsitoota qulqullina barnootaa waliin mari’ataniiru.…
Oduu biyya keessaa Intarpiraayizoota oomishaa tumsuuf qaamolee dhimmichi ilaalatu waliin qindoominaan ni… Debela Tadesse Mar 12, 2023 0 Finfinnee, Bitootessa 3, 2015 (FBC)- Intarpiraayizoota oomishaa tumsuuf mootummaan naannichaa qaamolee tumsitoota waliin qindoominaan kan hojjetu ta’uu Itti Aanaan Pireezidaantii Naannoo…
Oduu biyya keessaa Ibsa Bulchiinsa Mootummaa Naannoo Oromiyaarraa kenname Debela Tadesse Mar 12, 2023 0 Finfinnee, Bitootessa 3, 2015 (FBC)- Mootummaan Naannoo Oromiyaa qaamoleen lammiilee godinaa booranaa hongeen miidhamaniif deeggarsa waliitti qabanii fi walitti qabaa jiran sanadaa…