Oromiyaatti biqiltuun Bunaa biiliyoonni 1.45 qophaa’eera-BQO
Finfinnee, Bitootessa 3, 2015 (FBC)- Barana Oromiyaatti biqiltuu sanyii filatamaa Bunaa biliyoonni 1.45 qophaa’uu Biiroon Qonnaa Oromiyaa beeksise.
Jilli Hogganaa Biiroo Qonnaa Oromiyaa…