Yuunivarsiitiin Haramayaa tajaajila Birrii miiliyoona 357tti tilmaamamu hawaasaaf laachuu ibse
Finfinnee, Bitootessa 2, 2015 (FBC) – Yuunivarsiitiin Haramayaa walakkaa waggaa darbetti tajaajila Birrii miiliyoona dhibba 3 fi miiliyoona 57tti tilmaamamu hawaasaaf laachuu ibseera.…