Biyyoonni miseensa BRICS sirni olaantummaa biyyoota Lixaarraa bilisa ta’e akka uumamu gaafatan
Finfinnee, Caamsaa 25, 2015 (FBC) – Biyyoonni miseensa BRICS addunyaan sirna olaantummaa warra dhihaa irraa bilisa ta’e akka uumamu gaafataniiru.
Walga’iin ministiroota biyyoota miseensa…