Naannoon Kibba-Lixa Ityoophiya deeggarsa akaakuu fi callaan Birrii miiliyoona 15 taasise
Finfinnee, Guraandhala 29, 2015 (FBC)- Naannoon Ummatoota Kibba-Lixa Ityoophiya Naannoo Oromiyaatti lammiilee hongeen miidhamaniif deeggarsa akaakuu fi callaan Birrii miiliyoona 15 taasise.…