Qabeenyi Ummataa fi Mootummaa Birrii biiliyoona 2.2 ta’u qisaasa’e – KFMB
Finfinnee, Guraandhala 30, 2015 (FBC) –Sadarkaa biyyatti Qabeenyi Ummataa fi Mootummaa Birrii biiliyoona 2.2 ta’u qisaasa'uu Koreen Farra Malaammaltummaa biyyaalessaa ibse.
Korichi…