Ispoortii Adaamaa 1- 0 Bahiir Daar Sifen Megersa Nov 25, 2025 0 Finfinnee, Sadaasa 16, 2018 (FMC) –Taphoota CBE Piriimer Liigii Itiyoophiyaa Torbee 7ffaan Magaalli Adaamaa Bahiir Daar injifateera. Adaamaan galchii Abbubakir Saaniin daqiiqaa…
Waajabila Faanaa Dubartiin duutee jedhamuun reeffishee bakka gubatu geefamte sanduuqa rukutuun kaate Sifen Megersa Nov 25, 2025 0 Finfinnee, Sadaasa 16, 2018 (FMC) – Taayilaanditti Dubartiin duute jedhamuun hospitaalaa baafamtee reeffashee gubuuf osoo deemanii kaate ijoo dubbii taate. Dubartiin kun lammii Taayilaand…
Oduu biyya keessaa Sirni addunyaa haqa qabeessi hirmaannaa biyyoota guddachaa jiran mirkaneessu akka jiraatuuf tumsaan… Sifen Megersa Nov 25, 2025 0 Finfinnee, Sadaasa 16, 2018 (FMC) – Sirni addunyaa haqa qabeessi hammataa fi hirmaannaa biyyoota guddachaa jiran mirkaneessu akka jiraatuuf tumsaan hojjenna jedhan Pireezidaantiin FDRI…
Oduu biyya keessaa Naannoo Amaaraatti hojii misooma jallisii eegalaman caalmaatti cimsuuf hojjetamaa jira – obbo… Sifen Megersa Nov 25, 2025 0 Finfinnee, Sadaasa 16, 2018 (FMC) – Naannoo Amaaraatti hojii misooma jallisii eegalaman caalmaatti cimsuuf qooda fudhattoota waliin qindoominaan hojjetamaa jira jedhan Ministirri Ministeera…
Fayyaa Hawaasa fayya qabeessa horachuuf waliingahiinsi talaallii qooda olaanaa qaba- Ministeericha Ayana Dheressa Nov 25, 2025 0 Finfinnee, Sadaasa 16, 2018(FMC)- Ministeerri Fayyaa hawaasa fayya qabeessa horachuuf waliingahiinsi talaallii qooda olaanaa qaba jedhe. Talaalliin dhibee Tiruu sadarkaa biyyaalessaatti…
Biiznasii Itiyoophiyaan damee bunaan milkaa’ina seena qabeessa galmeessisaa jirti – obbo Tamasgeen Xurunaa Sifen Megersa Nov 25, 2025 0 Finfinnee, Sadaasa 16, 2018 (FMC) – Milkaa’inni Itiyoophiyaan damee bunaan galmeessisaa jirtu seena qabessaa fi humna diinagdee kan ummeedha jedhan Ministirri Muummee itti aanaan obbo…
Ispoortii Shaampiyoonsi Liigii Awurooppaan morkii Cheelsiin Baarseloonaa waliin taasisu… Sifen Megersa Nov 25, 2025 0 Finfinnee, Sadaasa 16, 2018 (FMC) – Taphoonni Shaampiyoonsi Liigii Awurooppaa marsaa 5ffaan har’aa eegaluun taphatamu. Taphoonni marsaa 5ffaa kunneen har’a halkan sa’aatii 2:45 jalqabee…
Oduu biyya keessaa Magaalichatti gaaffii mana jireenyaa deebisuuf xiyyeeffannoon hojjetamaa jira Ayana Dheressa Nov 25, 2025 0 Finfinnee, Sadaasa 16, 2018(FMC)- Bulchiinsi Magaalaa Finfinnee gaaffii mana jireenyaa deebisuufi fayyadamummaa lammiilee mirkaneessuuf xiyyeeffannoon hojjechaan jira jedhe. Bulchiinsi…
Oduu biyya keessaa Mootummaan naannoo Oromiyaa miidhaa dubartootarra gahu ittisuuf xiyyeeffannoon hojjetaa jira Sifen Megersa Nov 25, 2025 0 Finfinnee, Sadaasa 16, 2018 (FMC) – Ayyaanni guyyaa Riibaanii Adii sadarkaa biyyaafi Naannoo Oromiyaatti yeroo 20ffaaf mata duree "Hawaasa miidhaa obsuu hin dandeenye ijaarsa dhalootaaf!"…
Oduu biyya keessaa Dooktar Abiy Humna Waraanaa Ameerikaatti Ajajaa ajaja Afrikaa Jeneraal Daagviin R. M Andarsan waliin… Sifen Megersa Nov 25, 2025 0 Finfinnee, Sadaasa 16, 2018 (FMC) – Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad Humna Waraanaa Ameerikaatti Ajajaa ajaja Afrikaa Jeneraal Daagviin R. M Andarsan waliin mari’ataniiru.…