Itiyoophiyaa fi Chaayinaan galmoota misoomaa waloo ta’an irratti michummaa cimaa ijaaran- Dooktar…
Finfinnee, Sadaasa 15, 2018 (FMC) - Itiyoophiyaa fi Chaayinaan galmoota misoomaa waloo ta’an irratti kan hundaa’e michummaa cimaa ijaaraniiru jedhan Ministirri Ministeera Dhimma Alaa Dooktar…