Ispoortii Machaal 1 – 2 Buna Sidaamaa Sifen Megersa Nov 26, 2025 0 Finfinnee, Sadaasa 17, 2018 (FMC) – Taphoota CBE Piriimeer Liigii Itiyoophiyaa torbee 7ffaan Bunni Sidaamaa Machaal injifateera. Tapha har’a waaree booda sa’aatii 7:00 eegalee taphatameen…
Oduu biyya keessaa Inisheetiivoonni qonnaa jiruufi jireenya hawaasaa jijjiiraa jiru- Obbo Awwaluu Abdii Ayana Dheressa Nov 26, 2025 0 Finfinnee, Sadaasa 17, 2018(FMC)- Inisheetiiviin qonnaa jiruufi jireenyi hawaasaa jijjiiraa jiru jedhan Pirezidaantii Itti aanaan Mootummaa Naannoo Oromiyaa obbo Awwaluu Abdiin.…
Fayyaa Namoota qorataman 73 keessaa 11 irratti vaayirsaiin maarbargi argame – Ministeericha Sifen Megersa Nov 26, 2025 0 Finfinnee, Sadaasa 17, 2018(FMC) - Namoota qorannoo vaayirsaii Maarbargi qorataman 73 keessaa 11 irratti vaayirasichi argamuu Ministeerri Faayyaa beeksiseera. Ministirri Fayyaa Dooktar…
Oduu biyya keessaa Dooktar Geediyoon Xiimootewoos Pirezidaantii bakka bu’aa COP32 ta’uun ramadaman Ayana Dheressa Nov 26, 2025 0 Finfinnee, Sadaasa 17, 2018 (FMC)- Ministirri Ministeera Dhimma Alaa Dooktar Geediyoon Xiimootewoos Pirezidaantii bakka bu’aa COP32 ta’uun ramadamaniiru. Bu’uura hammattoo Konveenshinii…
Idil Addunyaa Balaa Lolaa Kibba Taayilaanditti qormaata guddaa ta’e… Sifen Megersa Nov 26, 2025 0 Finfinnee, Sadaasa 17, 2018 (FMC) – Kibba Taayilaanditti balaan Lolaa waggoota 300 keessatti mudatee hin beekne mudate. Rooba cimaa roobu hordofee lolaan hamaan Taayilaandi fi…
Ispoortii Gulaallii Waancaa Seekaafaan har’a Itiyoophiyaan Keeniyaa waliin taphatti Sifen Megersa Nov 26, 2025 0 Finfinnee, Sadaasa 17, 2018 (FMC) – Gareen Kubbaa Miilaa Biyyaalessa Itiyoophiyaa Umrii waggaa 17 gadii har’a gita isaa Keeniyaa waliin morkiin Finfinnee Istaadiyeemii Abbabaa Biqilaatti…
Oduu biyya keessaa Hoggantoonni Paartii Badhaadhinaa Naannoo Oromiyaatti leenjii fudhachaa turan hojilee misoomaa… Tsehay Guluma Nov 26, 2025 0 Finfinnee, Sadaasa 17, 2018 (FMC)- Hoggantoonni Paartii Badhaadhinaa Naannoo Oromiyaatti leenjii fudhachaa turan hojilee misoomaa daawwachaa jiru. Hoggantoonni Naannoo Oromiyaa leenjii…
Oduu biyya keessaa Itiyoophiyaan giddugala daldalaa fi loojistiksii Afrikaa akka taatuuf hojiin mootummaan hojjetame… Yonatan Birhanu Nov 25, 2025 0 Finfinnee, Sadaasa 16, 2018(FMC) - Itiyoophiyaan giddugala daldalaa fi loojistiksii Afrikaa akka taatuuf hojiin mootummaan hojjetame bu’aa fidaa jira jedhan Ambaasaaddar Dooktar Jamaal…
Oduu biyya keessaa Hariiroon loltummaa Itiyoophiyaan Ameerikaa waliin qabdu cimee itti fufa- Fiildi Maarshaal Biraanuu… Yonatan Birhanu Nov 25, 2025 0 Finfinnee, Sadaasa 16, 2018(FMC) – Itaamaajoor Shuumiin Humna Waraanaa Itiyoophiyaa Fiildi Maarshaal Biraanuu Julaa hariiroon loltummaa Itiyoophiyaan Ameerikaa waliin qabdu cimee itti fufa…
Idil Addunyaa Ugaandaan karaa Keeniyaan ulaa galaanaa ni argatti – Pireezidaanti Wiiliyaam Ruutoo Sifen Megersa Nov 25, 2025 0 Finfinnee, Sadaasa 16, 2018 (FMC) – Pireezidaantiin Keeniyaa Wiiliyaam Ruutoon Keeniyaa fi Ugaandaan gidduutti karra Galaanaa Garba Hindiirratti waldhabdeen dippiloomaasii mudachuu danda’a…