Waajabila Faanaa Aanaa Baakkoo Tibbeetti Gaangeen dhalte Sifen Megersa May 29, 2023 0 Finfinnee, Caamsaa 21, 2015 (FBC) –Godina Shawaa Lixaa Aanaa Baakkoo Tibbeetti Gaangeen dhaluu ibsame. Gaangeen kan dhalattu abbaan Harree haati ammoo Farda irraa ta'uutu beekama.…
Ispoortii Fiigicha Daayimand Liigii Moorookoo Raabaatiitti fiiggameen Atleetoonni Ityoophiyaa milkaa’aan Sifen Megersa May 29, 2023 0 Finfinnee, Caamsaa 21, 2015 (FBC) – Fiiigicha Daayimand Liigii halkan edaa Moorookoo Raabaatiitti fiiggameen Atleetoonni Ityoophiyaa milkaa’aaniiru. Fiigicha fageenya Meetira kuma 1 fi…
Teeknooloojii Ityoophiyaa bakka bu’uun dorgommii ICT Huwaawwee 7ffaarratti kan hirmaatan sadarkaa 3ffaan xumuran Debela Tadesse May 29, 2023 0 Finfinnee, Caamsaa 21, 2015 (FBC)-Dorgommii Teeknooloojii Quunnamtii fi Odeeffannoo (ICT) Idil Addunyaa 7ffaa Huwaawweerratti Ityoophiyaa bakka bu’uun barattoonni dorgoman sadarkaa 3ffaa…
Oduu biyya keessaa Aadde Adaanach Ityoophiyaanootaa fi dhalattoota Ityoophiyaa Waashingitanii fi naannawaashee jiran… Sifen Megersa May 29, 2023 0 Finfinnee, Caamsaa 21, 2015 (FBC) – Kantibaan Magaalaa Finfinnee Aadde Adaanach Abeebeen Ityoophiyaanootaa fi dhalattoota Ityoophiyaa Waashingitanii fi naannawaashee jiran waliin…
Oduu biyya keessaa MM Abiy Ahimad Pireezidaanti Erdohaaniif ergaa baga gammaddanii dabarsan Sifen Megersa May 29, 2023 0 Finfinnee, Caamsaa 21, 2015 (FBC) – Muummeen Ministiraa FDRI Abiy Ahimad Pireezidaantiin Turkii Reesiip Xaayib Erdohaan filannoo Pireezidaantummaa injifachuu isaanii hordofee ergaa baga…
Ispoortii Shaampiyoonaan kubbaa miilaa magaaloota godina Jimmaa Xumurame Ayana Dheressa May 28, 2023 0 Finfinnee, Caamsaa 20, 2015(FBC)- Shaampiyoonaan kubbaa miilaa magaaloota godina Jimmaa torban lamaaf geggeffamaa ture xumurameera. Shaampiyonicharratti magaaloonni 36 kan hirmaatan yoo…
Oduu biyya keessaa Obbo Dammaqaa Mokonnin magaalaa Guwanizhu magaalota Ityoophiyaa waliin walitti hidhuun barbaachisaa… Ayana Dheressa May 28, 2023 0 Finfinnee, Caamsaa 20, 2015(FBC)- Ittaanaan Muummee Ministiraafi Ministirri Ministeera Dhimma Alaa Obbo Dammaqaa Mokonnin mootummaan magaalaa Guwanizhu magaalota Ityoophiyaa waliin walitti…
Oduu biyya keessaa Dooktar Abrahaam Balaay hiriira deeggarsa Raayyaa Ittisa Biyyaaf taasifameef galateeffatan Ayana Dheressa May 28, 2023 0 Finfinnee, Caamsaa 20, 2015(FBC)- Ministirri Ministeera Raayyaa Ittisa Biyyaa Dooktar Abrahaam Balaay hiriira deeggarsa guutuu biyyattiitti Raayyaa Ittisa Biyyaaf taasifameef…
Oduu biyya keessaa Obbo Dammaqaa Makonnin dhaabbileen Chaayinaa hojiilee invastimantii Ityoophiyaarratti akka… Ayana Dheressa May 28, 2023 0 Finfinnee, Caamsaa 20, 2015(FBC)- Ittaanaan Muummee Ministiraafi Ministirri Ministeera Dhimma Alaa Obbo Dammaqaa Makonnin dhaabbileen Chaayinaa hojiilee invastimantii Ityoophiyaarratti akka…
Biiznasii Liqiin baankonni kennan haqa qabeessaafi fayyadamummaa namoota hedduu kan mirkaneesse ta’uu qaba-… Ayana Dheressa May 28, 2023 0 Finfinnee, Caamsaa 20, 2015(FBC)- Liqiin baankonni kennan haqa qabeessaafi fayyadamummaa namoota hedduu kan mirkaneesse ta’uu qaba jedhan Bulchaan Baankii Biyyaalessaa Obbo Maammoo…