Magaalaa Hawaasaatti namoonni yakka Butii Shamarree Tsiggeen shakkaman 6 to’ataman
Finfinnee, Caamsaa 22, 2015 (FBC) – Magaalaa Hawaasaatti Tibbana Shamarree Tsiggee Balaachoo jedhamtu nama dhuunfaan butamuu hordofee dhimmichi ajandaa ijoo miidiyaa hawaasaa ta’ee tureera.…