Baankiin Siinqee lammiilee Booranaa hongeen miidhamaniif deeggarsa Birrii miiliyoona115 taasise
Finfinnee, Guraandhala 25, 2015 (FBC)-Baankiin Siinqee lammiilee Godina Booranaa hongeen miidhamaniif deeggarsa Birrii miiliyoona115 taasiseera.
Pireezidaantii Baankii Siinqee Obbo Nuwaay…