Lafti akkaataa qaama aangoo qabuun hinkennamne kamuu seeraan ala – Biiroo Lafaa Oromiyaa
Finfinnee, Guraandhala 20, 2015 (FBC) – Lafti akkaataa qaama aangoo qabuun hinkennamne kamuu seeraan ala ta’uu Biiroon Lafaa Oromiyaa beeksiseera.
Mootummaan Naannoo Oromiyaa lafti jiru…