Naannoo Hararritti piroojektiwwan baasii Birrii miiliyoona 245 oliin ijaaraman eebbifaman
Finfinnee, 18 ,2015 (FBC)- Naannoo Hararitti piroojektiwwan baasii Birrii miiliyoona 245 oliin ijaaraman eebbifamaniiru.
Sirnichaarratti Pireezidaantin Naannoo Hararri Obbo Ordiin…