Oduu biyya keessaa Sirni awwaalcha artist Hiruut Baqqalaa raawwate Ayana Dheressa May 15, 2023 0 Finfinnee, Caamsaa 7, 2015(FBC)- Sirni awwaalcha artist Hiruut Baqqalaa bakka Awwaalchaa Pheexiroos Wa Phaawuloositti raawwateera. Sirni awwaalcha ishee bakka maatiifi firoottan akkasumas…
Oduu biyya keessaa Godina Arsii Lixaatti qonna gannaatiin lafa hektaara kuma 400 ol sanyiin uwwisuuf hojjetamaa jira… Sifen Megersa May 15, 2023 0 Finfinnee, Caamsaa 7, 2015 (FBC) – Godina Arsii Lixaatti qonna gannaatiin lafa hektaara kuma 400 ol sanyiin uwwisuuf hojjetamaa jiraachuu Waajjirri Qonnaa godinichaa beeksise. Itti…
Biiznasii Meeshaaleen Kontiroobaandii Birrii miiliyoona 214 olitti tilmaamaman to’ataman Sifen Megersa May 15, 2023 0 Finfinnee, Caamsaa 7, 2015 (FBC) – Meeshaaleen Kontiroobaandii Birrii miiliyoona 214 olitti tilmaamaman to’atamuu Komishiniin Gumrukaa beeksise. Eebla 27, 2015 hanga Caamsaa 3, 2015tti…
Oduu biyya keessaa Bulchiinsi Yeroo naannoo Tigraay bakka buutoota Baankii Addunyaa fi Ministeera Maallaqaa waliin… Sifen Megersa May 15, 2023 0 Finfinnee, Caamsaa 7, 2015 (FBC) – Bulchiinsi Yeroo naannoo Tigraay bakka buutoota Baankii Addunyaa fi Ministeera Maallaqaa waliin mari’ataa jiraachuu ibsameera. Pireezidaantiin…
Oduu biyya keessaa Dandeettiin maddisiisa elektirikii Ityoophiyaa Meeggaa Waattii kuma 5 fi 200 qaqqabuun ibsame Debela Tadesse May 15, 2023 0 Finfinnee, Caamsaa 7, 2015 (FBC)- Dandeettiin maddisiisa elektirikii Ityoophiyaa Meeggaa Waattii kuma 5 fi 200 qaqqabuu Koorporeeshiniin Humna Elektirikii Ityoophiyaa ibse. Waggoottan…
Idil Addunyaa Pireezidaanti Isaayyaas Afawarqiin Chaayinaatti daawwanaa hojii taasisaa jiru Sifen Megersa May 15, 2023 0 Finfinnee, Caamsaa 7, 2015 (FBC) – Pireezidaantiin Eertiraa Isaayyas Afawarqiin Chaayinatti daawwannaa hojii taasisaa jiraachuun ibsameera. Pireezidaantichi guyyaa kaleesaa daawwanaa…
Oduu biyya keessaa Dorgommiin Kalaqa daldalaa dargaggootaa Abdii Ityoophiyaa magaalaa Finfinneetti eegalame Sifen Megersa May 15, 2023 0 Finfinnee, Caamsaa 7, 2015 (FBC) – Biiroon Hojii, Misooma Interpiraayizii fi Indaastirii Magaalaa Finfinnee Dorgommii Kalaqa daldalaa dargaggootaa mata duree ‘Abdii Ityoophiyaa’ jedhuun…
Idil Addunyaa Filannoo Turkiin injifattoota addaa baasuuf marsaa 2ffaaf sagaleen akka kennamu ibsame Debela Tadesse May 15, 2023 0 Finfinnee, Caamsaa 7, 2015 (FBC)- Filannoo Pireezidaantummaa Turkiin morkattoonni sagalee isaan injifachiisuu waan hinarganneef maraa 2ffaaf adeemsa sagalee kennuutti ce’uun gabaafame.…
Oduu biyya keessaa Hojii misooma qonnaa keessatti gaheen ogeessota qonnaa olaanaa ta’uu ibsame Ayana Dheressa May 15, 2023 0 Finfinnee, Caamsaa 7, 2015(FBC)- Hojii misooma qonnaa gaggeeffamaa jiru keessatti gaheen ogeessota qonnaa olaanaa ta'uu Biiroon Qonnaa Oromiyaa beeksise. Biirichi hojjettoota misooma…
Oduu biyya keessaa Koomishinichi hayyota dabalatee ummattoonni dhimmoota biyya isaaniirratti yaada akka kennaniif… Debela Tadesse May 15, 2023 0 Finfinnee, Caamsaa 7, 2015 (FBC)- Koomishininiin Marii Biyyalessaa hayyootaa fi hayyoonni siyaasaatti dabalataan ummatoonni dhimmoota biyya isaaniirratti yaada akka kennaniif hojjechaa…