Oduu biyya keessaa Embaasiin Ityoophiyaa Izlaamaabaad eebbifame Ayana Dheressa May 11, 2023 0 Finfinnee, Caamsaa 3, 2015(FBC)- Embaasiin Ityoophiyaa Paakistaan magaalaa Izlaamaabaad eebbifame. Biyyoonni lameen yeroo dhihoon asitti dameewwan garaagaraan hariiroo isaanii cimsaa…
Oduu biyya keessaa Ityoophiyaan yaa’ii Mana Maree Afrikaa fi Biyyoota Arabaarratti hirmachaa jirti Debela Tadesse May 11, 2023 0 Finfinnee, Caamsaa 3, 2015 (FBC)- Ityoophiyaan Yaa’ii Mana Maree Afrikaa fi Biyyoota Arabaa Siwiizarlaanditti gaggeeffamaa jiruurratti hirmachaa jirti. Jilli Ittaantuu Afyaa’ii Mana Maree…
Oduu biyya keessaa Ityoophiyaan damee maraan ce’umsa teekinooloojii fiduuf hojjechaa jirti- Dooktar Ballaxaa Mollaa Ayana Dheressa May 11, 2023 0 Finfinnee, Caamsaa 3, 2015(FBC)- Ityoophiyaan damee maraan ce’umsa teekinooloojii fiduuf hojjechaa jiraachuu Ministirri Ministeera Innooveeshiniifi Teekinooloojii Dooktar Ballaxaa Mollaan…
Oduu biyya keessaa Dhaabbilee federaalaa shanitti Kutaaleen Komunikeeshinii Ismaartii eebbifaman Debela Tadesse May 11, 2023 0 Finfinnee, Caamsaa 3, 2015 (FBC)- Kutaalee fi sirnoota komunikeeshinii ismaartii dhaabbilee federaalaa shaniitti ijaaraman eebbifamuun hojii eegalaniiru. Deeggarsa maallaqaa Baankii…
Biiznasii Dirree Dhawaatti galiin Birrii Biiliyoona 2.5 walitti qabame Debela Tadesse May 11, 2023 0 Finfinnee, Caamsaa 3, 2015 (FBC)- Magaalaa Dirree Dhawaatti baatiiwwan saglan darbaan galiin Birrii biiliyoona 2.5 walitti qabame. Abbaan Taayitaa galiiwwanii bulchiinsa magaalichaa galii…
Oduu biyya keessaa Konfirensiin Waloo Nageenyaafi Misoomaa Oromiyaafi Gaambeellaa gaggeeffamaa jira Ayana Dheressa May 11, 2023 0 Finfinnee, Caamsaa 3, 2015(FBC)- Konfirensiin Waloo Nageenyaafi Misoomaa naannolee Oromiyaafi Gaambeellaa gaggeeffamaa jiraachuu ibsame. Konfiransichi hariiroo uummataa naannolee lameenii…
Oduu biyya keessaa Waajjirichi dhaabbilee marsaa 14ffaan piroojektii Maaddii Dhalootaaf deeggarsa taasisan ifoomse Ayana Dheressa May 11, 2023 0 Finfinnee, Caamsaa 3, 2015(FBC)- Waajjirri Muummee Ministiraa dhaabbilee marsaa 14ffaan Maaddii Dhalootaaf deeggarsa taasisan ifoomseera. Dhaabbileen kunneen deeggarsa Birrii miiliyoona…
Oduu biyya keessaa Karoorri yeroo dheeraa gadi lakkifama kaarboonii xiqqaa fi tarsiimoon misooma jijjiirama qilleensaa… Debela Tadesse May 11, 2023 0 Finfinnee, Caamsaa 3, 2015 (FBC)-Karoorri yeroo dheeraa gadi lakkifama kaarboonii xiqqaa fi tarsiimoon misoomaa jijjiirama qilleensaa dandamatu Ityoophiyaa ifoome. Sagantaa ifoomsa…
Oduu biyya keessaa Waltajjiin marii Bulchiinsa Yeroo Naannoo Tigraay xumurame Debela Tadesse May 11, 2023 0 Finfinnee, Caamsaa 3, 2015 (FBC)- Bulchiinsi Yeroo Naannoo Tigraay karooraa fi kallattii naannicha deebisanii ijaaruu raggaasise bu’uureffachuun waltajjiin marii gaggeessaa ture xumureera.…
Oduu biyya keessaa Ittisaa balaa lolaa yaa’a gadii Awaash hir’isuuf waliigalteen mallatteeffame Ayana Dheressa May 11, 2023 0 Finfinnee, Caamsaa 3, 2015(FBC)- Balaa lolaa yaa’a gadii Awaash hir’isuuf waliigalteen Birrii miiliyoona 43 mallatteeffamuu ibsame. Waligalteecha Ministir Deetaan Ministeera Biishaanii fi…