Ityoophiyaa fi Somaaliyaan Shororkeessummaarratti qabsaa’uuf waloon hojjechaa jiru-Ministira Dhimma…
Finfinnee, Guraandhala 12, 2015 (FBC)- Ityoophiyaa fi Somaaliyaan shororkeessummaarratti qabasaa’uuf waloon hojjechaa jiraachuu Ministirri Dhimma Alaa Somaaliyaa Abshir Omaar Huruusii ibsan.…