Antooniyoo Guutareez Yaa’ii Gamtaa Afrikaarratti hirmaachuuf Finfinnee galan
Finfinnee, Gurraandhala 9, 2015 (FBC) - Barreessaa olaanaan Dhaabbata Mootummoota Gamtoomanii Antooniyoo Guutareez Yaa'ii Gamtaa Afrikaa 36ffaarratti hirmaachuuf Finfinnee galaniiru.…