Atleet Lammeechaa Girmaa Fiigicha Mana keessaa meetira kuma 3 riikkardii haaraa galmeessuun injifate
Finfinnee, Gurraandhala 9, 2015 (FBC) -Atleet Lammeechaa Girmaa Fiigicha Mana keessaa meetira kuma 3 riikkardii addunyaa haaraa galmeessuun injifateera.
Fageenyicha daqiiqaa 7 fi…