Waldhabdee uumame karaa nagaan furuuf waliigalteerra ga’ame – Humna Waloo Nageenyaa
Finfinnee, Gurraandhala 4, 20015 (FBC) -Humni Waloo nageenyaa haala yeroo ilaalchisee ibsa laateera.
Waldhabdee tibbana mana amantaa Ortodoksii Waloomaa (Tawaahidoo) gidduutti uumame…