Hiriirri nagaa eeyyamame hin jiru – Humna Waloo Nageenyaa Naannoo Sidaamaa
Finfinnee, Gurraandhala 3,20015 (FBC) - Magaalaa Hawaasaattis ta’e naannawaa naannichaa kamittuu hiriirri nagaa mootummaan eeyyame kan hin jirre ta’uu humni waloo nageenyaa Naannoo Sidaamaa…