Finfinneetti balaa ibiddaan lubbuun haadhaa fi daa’imaa darbe
Finfinnee, Guraandhala 2, 2015 (FBC)- Magaalaa Finfinnee Kutaa Magaalaa Gulaalee Aanaa 3 Bakkaa Addaa Manaan jedhamuutti, balaa ibiddaa mudateen lubbuun namoota lamaa darbe.
Balichi mana…