Waldaan Qaxxaamuraa Diimaa Ityoophiyaa fi Koreen Qaxxaamura Diimaa Addunyaa waliigaltee deeggarsa…
Finfinnee, Amajjii 25, 2015 (FBC)- Waldaan Qaxxaamuraa Diimaa Ityoophiyaa fi Koreen Qaxxaamura Diimaa Addunyaa waliigaltee walta’iinsaa gama lameenii bara baajataa 2023 mallatteessaniiru.…