Oduu biyya keessaa Buufaataa fi Terminaalli Dirree Dhawaa eebbifame Debela Tadesse Feb 2, 2023 0 Finfinnee, Amajjii 25, 2015 (FBC)- Buufataa fi Terminaalli Dirree Dhawaa Birrii biiliyoona 3.3’n ijaarame har'a eebbifameera. Buufatichi lafa heektaraa 34.1 irratti, Dhaabbata Ijaarsaa…
Uncategorized Aadde Adaanach raawwii hojii baatiwwan jahaan darbanii miseensota kaabinee waliin gamaaggamuu… Sifen Megersa Feb 2, 2023 0 Finfinnee, Amajjii 25, 2015 (FBC) – Kantibaan Magaalaa Finfinnee Aadde Adaanach Abeebeen Kaabinee buchiinsa magaalichaa waliin ta’uun raawwii hojii baatiwwan jahaan darbanii gamaaggamuu…
Oduu biyya keessaa Dooktar Yiliqaal Kaffalaan jiraatoota Magaalaa Baahirdaar maliin mari’atan Debela Tadesse Feb 2, 2023 0 Finfinnee, Amajjii 25, 2015 (FBC)-Pireezidaantiin Naannoo Amaaraa Dooktar Yiliiqaal Kaffalaan jiraatota magaalaa Baahirdaar waliin mari’achaa jiru. Waltajjiin marichaa mata dure…
Oduu biyya keessaa Sanyiin kaleessaa, firii har’aa, galaa boruuti-MM Abiy Ahimad Debela Tadesse Feb 2, 2023 0 Finfinnee, Amajjii 25, 2015 (FBC) - Sanyiin kaleessaa firii har'aa fi galaa boruuti jedhan Muummeen Ministiraa FDRI Abiy Ahimad. Muummeen Ministiraa FDRI Abiy Ahimad haala yeroo…
Oduu biyya keessaa Naannoo Ummattoota Kibba Lixa Ityoophiyaatti hojiin misooma Sululaa eegalame Sifen Megersa Feb 2, 2023 0 Finfinnee, Amajjii 25, 2015 (FBC) – Naannoo Ummattoota Kibba Lixa Ityoophiyaatti hojiin misooma Sululaa baatii tokkoof turu har’a Godina Beenchii Shakkootti eegalameera. Hojii baatii…
Oduu biyya keessaa Finxaalessummaafi cabiinsi siyaasaa bu’aalee waggoottan arfan darbanii miti- Dooktar Laggasaa Tulluu Ayana Dheressa Feb 1, 2023 0 Finfinnee, Amajjii 24, 2015(FBC)- Finxaalessummaafi cabiinsi siyaasaa namoonni hedduun akka yaadan bu’aalee waggoottan arfan darbanii miti jedhan Ministirri Tajaajila Kominikeeshinii Dooktar…
Oduu biyya keessaa Obbo Musxafee Mahaammad miseensota MMBBU waliin mari’atan Ayana Dheressa Feb 1, 2023 0 Finfinnee, Amajjii 24, 2015(FBC)- Pireezidaantiin naannoo Somaalee Obbo Musxafee Mahaammad miseensota Mana Maree Bakka Bu’oota Uummataatti Koree Dhaabbii Dhimmoota Karooraa, Bajataafi…
Oduu biyya keessaa Korichi tattaaffiiwwan dippiloomaasii daldalaa, misoomaafi invastimantii cimanii akka itti fufan… Ayana Dheressa Feb 1, 2023 0 Finfinnee, Amajjii 24, 2015(FBC)- Mana Maree Bakka Bu’oota Uummataatti koreen dhaabbii Dhimmoota hariiroo Alaafi Nageenyaa tattaaffiiwwan dippiloomaasii daldalaa, misoomaafi invastimantii…
Oduu biyya keessaa Lammiileen Ityoophiyaa kumni 1 fi 22 Saa’ud Arabiyaarraa deebi’an Sifen Megersa Feb 1, 2023 0 Finfinnee, Amajjii 24, 2015 (FBC) – Lammiileen Ityoophiyaa Saa’uud Arabiyaatti haala rakkisaa keessa turan kumni 1 fi 22 har’a gara biyyaa deebi’aniiru. Deebitoota keessaa 991 dhiiroota,…
Ispoortii Atileet Qananiisaa Baqqalaan Maaraatoonii Landan 2023 irratti ni hirmaata jedhame Ayana Dheressa Feb 1, 2023 0 Finfinnee, Amajjii 24, 2015(FBC)- Atileet Qananiisaa Baqqalaan fiigicha Maaraatoonii Landan 2023 baatii Eeblaatti gaggeeffamurratti kan hirmaatu ta’uu ibsame. Atileet Qananiisaa Baqqalaan…