Oduu biyya keessaa Manni Marichaa labsii waliigaltee liqii lama raggaasise Debela Tadesse Jan 27, 2025 0 Finfinnee, Amajjii 19, 2017 (FMC)-Walga’iin addaa 1ffaa bara hojii 4ffaa Mana Maree Bakka Bu’oota Ummataa 6ffaa har’a gaggeeffameera. Manni Marichaa yaa’ii addaa gaggeesse kanaan…
Teeknooloojii Naannawaa dijitaalawaa nageenyummaan isa eegamee ijaaruun milkaa’ina Dijitaal Itiyoophiyaaf… Debela Tadesse Jan 27, 2025 0 Finfinnee, Amajjii 19, 2017 (FMC)-Naannawaa dijitaalawaa nageenyummaan isa eegame ijaaruu fi sodaawwan saayibarii ittisuun, milkaa’ina Dijitaal Itiyoophiyaaf murteessaa ta’uu Ministirri…
Oduu biyya keessaa Haaromsa Dhaabbatummaa Gamtaa Afrikaa irratti walga’iin sadarakka olaanaa taa’amaa jira Debela Tadesse Jan 27, 2025 0 Finfinnee, Amajjii 19, 2017 (FMC)-Haaromsa Dhaabbatummaa Gamtaa Afrikaa irratti walga’iin sadarka olaanaa taa’amaa jira. Walga’iin har’aa fi boru gaggeeffamu kun Haaromsa Dhaabbatummaa…
Idil Addunyaa Lammiileen Filiisxeem hedduun gara qa’ee isaanitti deebi’uu eegalan Sifen Megersa Jan 27, 2025 0 Finfinnee, Amajjii 19, 2017 (FMC) – Waliigaltee Dhukaasa dhaabuu Israa’elii fi Hamaas gidduutti taasiifame hordofee Lammiileen Filiisxeem hedduun gara Kaaba Gaazaatti deebi’uu eegalaniiru.…
Oduu biyya keessaa Boba’aan seeraan ala kuufame liitirri kuma 2 fi 300 ol to’atame Debela Tadesse Jan 27, 2025 0 Finfinnee, Amajjii 19, 2017 (FMC)– Boba’aan Beenzilaa seeraan ala kuufame liitirri kuma 2 fi 300 ol to’atamuu Poolisiin Magaalaa Finfinnee ibse. Gochi Yakkichaa Kutaa Magaalaa Lidataa…
Fayyaa Itiyoophiyaatti tajaajilli Ambulaansii Qilleensarra eegaluuf jedhame Tsehay Guluma Jan 27, 2025 0 Finfinnee, Amajjii 19, 2017 (FMC)– Itiyoophiyaatti Tajaajila Ambulaansii qilleensarraa eegaluuf qophiin taasifamaa jiraachuu Ministeerri Fayyaa beeksise. Tajaajilicha eegaluuf qophiin…
Biiznasii Invastimantii Alaa Doolaara miiliyoona 500 fi miiliyoona 90 ol hawwachuun akka danda’me ibsame Debela Tadesse Jan 27, 2025 0 Finfinnee, Amajjii 19, 2017 (FMC)–Baatiiwwan ja’an darban Abbootii qabeenyaa kaappitaala Doolaara miiliyoona 500 fi miiliyoona 97 galmeessan Zooniiwwan Addaa Diinagdee fi Naannawaa Daldala…
Oduu biyya keessaa Walga’iin addaa 1ffaa Mana Maree Bakka Bu’oota Ummataa gaggeeffamaa jira Debela Tadesse Jan 27, 2025 0 Finfinnee, Amajjii 19, 2017 (FMC)–Walga’iin addaa 1ffaa bara hojii 4ffaa Mana Maree Bakka Bu'oota Ummataa 6ffaa gaggeeffamaa jira. Manni marichaa gabaasa raawwii karoora ji'oota 6 bara…
Oduu biyya keessaa Yaa’ii Paartichaarratti murtoowwan guguddan ni murtaa’u-Obbo Adam Faaraah Debela Tadesse Jan 27, 2025 0 Finfinnee, Amajjii 19, 2017 (FMC)– Yaa’ii Paartii Badhaadhinaa 2ffaa gaggeeffamurratti murtoowwan guguddan kan murtaa’an ta’uu Sadarkaa Ministira Muummee Itti Aanaatti Itti Gaafatamaan…
Oduu biyya keessaa Gamaaggamni raawwii karoora baatiiwwan jahan darbanii Seekteraalee Kilaastera Hawaasummaa… Tsehay Guluma Jan 26, 2025 0 Finfinnee, Amajjii 18, 2017(FMC) - Gamaaggamni raawwii karoora baatiiwwan jahan darbanii Seekteraalee Kilaastera Hawaasummaa Naannoo Oromiyaa gaggeeffamaa ture xumurameera.…