Roobeertoo Maartiineez leenjisaa Garee Biyyaalessaa Poorchugaal ta’an
Finfinnee, Amajjii 1, 2015(FBC)- Leenjisaan duraanii garee Biyaalessaa Beeljiyam Roobeertoo Maartiineez leenjisaa Garee Biyyaalessaa Poorchugaal ta’an.
Leenjisaan lammii Ispeen leenjisaa…