Oduu biyya keessaa Ayyaana cuuphaa Magaalaa Baatuutti! Sifen Megersa Jan 9, 2023 0 Finfinnee, Amajjii 1, 2015 (FBC) – Magaalaa Baatuutti Ayyaana Cuuphaa haala hoo’aa ta’een kabajuuf qophiin xumuramaa jiraachuu ibsame. Baatuun magaalota carraa Turiziimii qaban keessaa…
Biiznasii Baankichi tajaajila baankii dhala irraa bilisaa “Koopbank Alhuda” irratti waltajjii… Ayana Dheressa Jan 9, 2023 0 Amajjii 1, 2015(FBC)- Baankii Hojii Gamtaa Oromiyaa tajaajila baankii dhala irraa bilisaa “Koopbank Alhuda” irratti waltajjii hubannoo cimsuu fi marii gaggeessaa jira. Baankichi…
Oduu biyya keessaa Ministirri Geejjibaa fi Aviyeeshinii Somaaliyaa Finfinnee galan Debela Tadesse Jan 9, 2023 0 Finfinnee, Amajjii 1, 2015 (FBC)- Ministirri Geejjibaa fi Aviyeeshinii Somaaliyaa Fardoowaas Osmaan Egaal daawwannaa hojiif Finfinnee seenaniiru. Jilli Ministirittiin durfamu Wayita…
Oduu biyya keessaa Sirni waliigaltee abbootii carraa manneen waliin jireenyaa 20/80 fi 40/60 har’aa eegalee ni… Sifen Megersa Jan 9, 2023 0 Finfinnee, Amajjii 1, 2015 (FBC) – Sirni waliigaltee abbootii carraa manneen waliin jireenyaa 20/80 fi 40/60 har’aa eegalee guyyoota 60f kan gaggeeffamu ta’uu Biiroon Misooma Manneenii…
Ispoortii Shaampiyoonaan Ispoortii Aadaa boru Walisootti eegala Debela Tadesse Jan 9, 2023 0 Finfinnee, Amajjii 1, 2015 (FBC)- Shaampiyoonaan Ispoortii Aadaa fi Feestivaalli argisiisaa Aadaa Oromiyaa boru Amajjii 2-14, 2015tti Godina Shawaa Kibba Lixaa Magaalaa Walisootti…
Oduu biyya keessaa Manni Maree Bulchiinsa Magaalaa Shaggar hundeeffame Ayana Dheressa Jan 9, 2023 0 Amajjii 1, 2015(FBC)- Manni Maree Bulchiinsa Magaalaa Shaggar hundeeffame. Manni Marichaa obbo Qaabatoo Albee Af-Yaa’ii, Aadde Tsahaay Dabalee ammoo Ittaantuu Af-Yaa’ii taasisuun…
Oduu biyya keessaa Sirni muudaa Zaaraa Dirree Sheek Huseenitti kabajame Sifen Megersa Jan 9, 2023 0 Finfinnee, Amajjii 1, 2015 (FBC) – Sirna Muudaa Zaaraa Godina Baalee Bahaa Dirree Sheek Huseenitti kabajameera. Ayyaana Dirree kanarratti hirmaattoonni Godinaalee Oromiyaa adda addaarraa…
Biiznasii Gatii gurgurtaa qinxaaboo boba’aarratti sirreeffamni taasifame Debela Tadesse Jan 8, 2023 0 Finfinnee, Mudde 30, 2015(FBC)-gatii gurgurtaa qinxaaboo boba'aarratti sirreeffamni taasisuu Ministeerri Daldalaa fi Walitti Hidhamiinsa Naannawaa ibse. Ministeerichi ibsa FBC'f ergeen…
Ispoortii Atileet Solomoon Baaraggaa dorgommii qaxxaamura biyyaa Ispeen Algooyiber injifate Debela Tadesse Jan 8, 2023 0 Finfinnee, Mudde 30, 2015(FBC)- Atileet Solomoon Baaraggaa dorgommii qaxxaamura biyyaa kiiloomeetira 10 Ispeen Algooyibar Huwaan Mugeerzaattii gaggeeffame injifate. Atileet Solomoon…
Oduu biyya keessaa Ministirri Dhimma Alaa Chaayinaa Ityoophiyaatti daawwannaa hojii taasisuufi Debela Tadesse Jan 8, 2023 0 Finfinnee, Mudde 30, 2015(FBC)- Ministirri Dhimma Alaa Chaayinaa Kiin Gaangi torbee dhufu Ityoophiyaatti daawwannaa hojii taasisuufi. Kiin Gaangi daawwannaa isaaniin qondaaltota olaanoo…