Galmeen qormaata waliigalaa kutaa 12ffaa Bitootessa 20 hanga Ebla 15tti akka ta’uu murtaa’e
Finfinnee, Bitootessa 18, 2015 (FBC)-Galmeen qormaata waliigalaa barnoota kutaa 12ffaa bara 2015, Bitootessa 20 hanga Ebla 15, 2015'tti ta’uu Tajaajilli Madaallii Barnootaa fi Qormaata…