Oduu biyya keessaa Jilli Obbo Shimallis Abdiisaan durfamu Jigjigaa gale Ayana Dheressa Mar 28, 2023 0 Finfinnee, Bitootessa 19, 2015(FBC)- Jilli hoggantoota olaanoo Pireezidaantii Mootummaa Naannoo Oromiyaa Obbo Shimallis Abdiisaan durfamu magaalaa Jigjigaa galeera. Jilichi wayita…
Oduu biyya keessaa Kaabineen naannoo Beenishaangul Gumuz murtoo garaagaraa dabarse Ayana Dheressa Mar 28, 2023 0 Finfinnee, Bitootessa 19, 2015(FBC)- Kaabineen naannoo Beenishaangul Gumuz walga’ii idilee gaggeesseen dhimmoota garaagaraarratti mari’achuun murtoo dabarse. Kabineen naannichaa walga’ii…
Fayyaa Hospitaala Maqiif deeggarsi meeshaalee wal’aansaa Birrii miiliyoona 25 olii taasifame Debela Tadesse Mar 28, 2023 0 Finfinnee, Bitootessa 19, 2015 (FBC)- Hospitala Maqiif deeggarsi meeshaalee wal'aansaa Birrii miiliyoona 25 olitti tilmaamamuu taasifame. Deeggarsichis Dhaabbata “Human Bridge “…
Oduu biyya keessaa Muummeen Ministiraa balaa hongeef deebii mootummaan kenne lammiilee baraaruu ibsan Debela Tadesse Mar 28, 2023 0 Finfinnee, Bitootessa 19, 2015 (FBC)- Muummeen Ministiraa FDRI Abiy Ahimad gita balaan hongee mudateetiin hojiilee bal’aan utuu hinhojjetamnee lammiilee hedduun akka miidhaman dubbatan.…
Oduu biyya keessaa Idaan alaa %30.6 irra garaa %24.4tti hir’isuun danda’ameera-MM Abiy Ahimad Debela Tadesse Mar 28, 2023 0 Finfinnee, Bitootessa 19, 2015 (FBC)- Idaan biyyaa alaa %30.6 irraa gara %24.4tti hir’isuun akka danda’ame Muummeen Ministiraa FDRI Abiy Ahimad ibsan. Muummeen Ministiraa Abiy Ahimad…
Oduu biyya keessaa Haalli sakatta’iinsaa fi kanneen balleessan to’achuun cimee kan itti fufu ta’uun ibsame Debela Tadesse Mar 28, 2023 0 Finfinnee, Bitootessa 19, 2015 (FBC)- Haalli sakatta’iinsaa fi kanneen balleessan to’achuun cimee kan itti fufu ta’uu Muummeen Ministiraa Abiy Ahimad ibsan. Finfinneetti, humnoota…
Oduu biyya keessaa Humnoota hidhatan waliin nageenya buusuuf mootummaan koree hundessuun hojjechaa jira-MM Abiy Ahimad Debela Tadesse Mar 28, 2023 0 Finfinnee, Bitootessa 19, 2015 (FBC)-Mariin Shanee waliin taasifamuu adeemsarra akka jiruu fi mootummaan koree hundessuun hojjechaa jiraachuu Muummeen Ministiraa FDRI Abiy Ahimad himan.…
Oduu biyya keessaa Nageenya bu’uuressuun akkuma waraanaa gootummaa barbaachisa-MM Abiy Ahimad Debela Tadesse Mar 28, 2023 0 Finfinnee, Bitootessa 19, 2015 (FBC)-Nageenya bu’uuressuun akkuma waraanaa gootummaa akka barbaachisu Muummeen Ministiraa FDRI Abiy Ahimad ibsan. Muummeen Ministiraa Abiy Ahimad…
Oduu biyya keessaa Ayana Dheressa Mar 28, 2023 0 Rakkoolee daangaa Ityoophiyaafi Sudaan furuuf biyyoonni lameen Koree waloo Ministirootaa hundeessuun hojjechaa jiru- MM Abiy Ahimad Finfinnee, Bitootessa 19, 2015(FBC)- Rakkoolee daangaa…
Oduu biyya keessaa Rakkooleen Idaa liqaa, qaala’iinsa jireenyaa, bu’uuraalee misoomaa rakkoolee guddina Ityoophiyaa… Ayana Dheressa Mar 28, 2023 0 Finfinnee, Bitootessa 19, 2015(FBC)- Rakkooleen Idaa liqaa, qaala’iinsa jireenyaafi bu’uuraalee misoomaa rakkoolee guddina Ityoophiyaa qoraa jiran ta’uu Muummeen Ministiraa Abiy Ahimad…