Oduu biyya keessaa Irreechaan walqabatee daandiiwwan cufaman ifoomaan Debela Tadesse Sep 30, 2022 0 Finfinnee, Fulbaana 20, 2015 (FBC)- Finfinneetti Ayyaanni Irreecha kabajamee hanga xumuramutti daandiiwwan cufaman ifoomaniiru. Haaluma kanaan:- • Buufataa Xiyyaaraa Boolee, Galma…
Oduu biyya keessaa Shamarree Hawwii Maatiyoos dorgommii Miidhaginaa ‘Miis Turiizimii Oromiyaa’ bara kanaa injifatte Ayana Dheressa Sep 30, 2022 0 Finfinnee, Fulbaana 20, 2015(FBC)- Shamarree Hawwii Maatiyoos dorgommii Miidhaginaa ‘Miis Turiizimii Oromiyaa’ bara kanaa injifatteetti. Dorgimmii kana irratti waliigalaan Shamarran 16…
Oduu biyya keessaa Pireezidaanti Saahilaqwarqi xalayaa muudamaa Ambaasaaddaroota 11 fuudhan Debela Tadesse Sep 29, 2022 0 Finfinnee, Fulbaana 19, 2015 (FBC)- Pireezidaantiin FDRI Saahilawarqi Zawudee waajjira isaaniitti xalayaa muudamaa Ityoophiyaatti Ambaasaaddaroota biyyoota 11 fuudhaniiru.…
Oduu biyya keessaa Aanaa Beer’aanootti pirojektiin jallisii lafa hektaara 124 misoomsu eebbifame Debela Tadesse Sep 29, 2022 0 Finfinnee, Fulbaana 19, 2015 (FBC)- Naannoo Somaalee Godina Shabalee Aanaa Beer’aanootti lafa hektaara 124 misoomsuuf ga’umsa kan qabu pirojektiin misooma jallisii eebbifameera. Baasii…
Uncategorized Irreechaan walqabatee Jimaata boriirraa eegalee sochiin doqdoqqee dhorkame Debela Tadesse Sep 29, 2022 0 Finfinnee, Fulbaana 19, 2015 (FBC)- Ayyaana Irreechaa Sanbataa dhufu Hora Fininneetti kabajamu sababeeffachuun Jimaata borii ganama sa’aatii 12:00rraa eegalee sochiin doqdoqqee dhorkaa…
Biiznasii Warshaan bu’aalee oomisha gogaa Doolaraa Biiliyoona 1n ijaarame ebbifame Ayana Dheressa Sep 29, 2022 0 Finfinnee, Fulbaana 19, 2015 (FBC)- Warshaan bu’aalee oomisha gogaa PCE Veenchar Doolaraa Biiliyoona 1 ijaarame ebbifame. Sirna eebbicharratti Ministira Ministeera Indaastirii Obbo…
Oduu biyya keessaa Ityoophiyaanonni lammiileef deeggarsa taasisuun dirqama amantaa akka bahatan waamichi dhiyaate Debela Tadesse Sep 29, 2022 0 Finfinnee, Fulbaana 19, 2015 (FBC)- Sababa balaawwan namtolchee fi uumamaan lammiilee miidhaaman Ityoophiyaanonni hundi deeggarsa taasisuun dirqama amantii isaanii akka bahatan abbootiin…
Oduu biyya keessaa Amb. Silaashii Baqqalaa Walitti Qabaa Dhimmoota Tikaa Seneetii Ameerikaa waliin mari’atan Debela Tadesse Sep 29, 2022 0 Finfinnee, Fulbaana 19, 2015 (FBC)- Ameerikaatti Ambaasaaddarri Ityoophiyaa Silaashii Baqqalaa Walitti Qabaa Dhimmoota Tikaa Seneetii Ameerikaa Maarki Wiirnaar waliin mari’ataniiru. Marii…
Fayyaa Ityoophiyaatti dhibeewwan onneefi ujummoo dhiigaan giddugalaan guyyaatti namoonni 170 ni du’u… Ayana Dheressa Sep 29, 2022 0 Finfinnee, Fulbaana 19, 2015 (FBC)- Ityoophiyaatti dhibeewwan onneefi ujummoo dhiigaan giddugalaan guyyaatti namoonni 170 kan du’an ta’uu Ministeerri Fayyaa beeksise. Addunyaarraa namoota…
Oduu biyya keessaa Sirni awwaalchaa Artisti Maadiingoo Afawarqi raawwate Debela Tadesse Sep 29, 2022 0 Finfinnee, Fulbaana 19, 2015 (FBC)- Sirni awwaalchaa Artisti Maadiingoo Afawarqi Batsakaanaa Sillaasee Kaateediraaliitti har’a raawwateera. Sagantaan gaggeessa reeffa Artistii Maadiingoo…