Oduu biyya keessaa Qormaanni kutaa 12ffaa marsaa 2ffaan nagaan xumurame Debela Tadesse Dec 30, 2022 0 Finfinnee, Mudde 21, 2015 (FBC)- Qormaanni kutaa 12ffaa marsaa 2ffaan nagaan xumuramuu Tajaajilli Qormaataa fi Madaallii Barnootaa beeksise. Tajaajilichi akka beeksisetti qormaanni kutaa…
Oduu biyya keessaa Zayitiin nyaataa liitirri miiliyoonni 30 ol hawaasaaf raabsamaa jira jedhame Ayana Dheressa Dec 30, 2022 0 Finfinnee, Mudde 21, 2015(FBC)- Deeggarsa sharafa alaa mootummaan Zayitiin nyaataa liitirri miiliyoonni 30 fi kumni dhibbi 3 ol hawaasaaf raabsamaa jiraachuu Ministeerri Daldalaafi Walitti…
Ispoortii Piriimayeer Liigii Ingilaandiin taphoonni torbee kanaa har’aa eegaluun ni taphatamu Sifen Megersa Dec 30, 2022 0 Finfinnee, Mudde 21, 2015 (FBC) – Piriimayeer Liigii Ingilaandiin taphoonni torbee kanaa har’aa eegaluun taphataman ni eegamu. Haaluma kanaan har’a galgala sa’aatii 4:45 eegalee…
Oduu biyya keessaa Kutaa Kaabaatti lammiileef deeggarsi namoomaa marsaa 2ffaan dhiyaachaa jira-Koomishinicha Debela Tadesse Dec 30, 2022 0 Finfinnee, Mudde 21, 2015 (FBC)- Kutaa Kaabaa biyyattiitti lammiilee walitti bu’iinsaan midhamaniif deeggarsi namoomaa marsaa 2ffaan dhiyaachaa jiraachuu Koomishiniin Hoggansa Soda Balaa…
Oduu biyya keessaa Garee ergama waliigaltee nageenyaa to’atu, mirkaneessuu fi kabachiisu hundaa’u isaa ni dinqisiifanna… Ayana Dheressa Dec 30, 2022 0 Finfinnee, Mudde 21, 2015(FBC)- Gareen ergama waliigaltee nageenyaa to’atu, mirkaneessuu fi kabachiisu hundaa’uun nagenya uummata kaaba Ityoophiyaa mirkaneessuuf tarkaanfii barbaachisaa…
Fayyaa Oromiyatti Duulli Talaallii dhibee Gifiraa eegalame Sifen Megersa Dec 30, 2022 0 Finfinnee, Mudde 21, 2015 (FBC) – Naannoo Oromiyaatti duulli talaallii dhibee gifiraa hanga Muddee 29, 2015 laatamu har'a eegalameera. Haaluma kanaan Godina Harargee Bahaatti Daa'imman…
Biiznasii Horiin dhaabbii fi Jimaan karaa seeraan alaa biyyaa ba’uuf turan to’ataman Sifen Megersa Dec 30, 2022 0 Finfinnee, Mudde 21, 2015 (FBC) - Sirna Gumrukaan ala Horiin dhaabbii fi Jimaa Jiidhaan karaa seeraan alaa biyyaa ba’uuf ture Birrii miiliyoona 63 olitti tilmaamamu to’atamuu Komishiniin…
Oduu biyya keessaa Lammiileen Ityoophiyaa kumni 20 ol gara biyyaatti deebi’an Debela Tadesse Dec 30, 2022 0 Finfinnee, Mudde 21, 2015 (FBC)- Sadaasa 12, bara 2015 irraa eegalee hojii lammiilee gara biyyaatti deebisuu gaggeeffameen hanga ammaatti eegalee lammiileen Ityoophiyaa kumni 20 ol gara…
Ispoortii Mootiin kubbaa miilaa umrii 82 tti du’aan boqote Debela Tadesse Dec 30, 2022 0 Finfinnee, Mudde 21, 2015 (FBC) -"Mootii Kubbaa Miilaa" jedhamuun kan beekamuu taphataan kubbaa miilaa lammii Biraaziil Peeleen umrii waggaa 82 tti du'aan boqoteera. Peeleen seenaa tapha…
Oduu biyya keessaa Doolaarri seeraan ala socho’aa ture kumni 248 fi 300 to’atame Sifen Megersa Dec 29, 2022 0 Finfinnee, Mudde 20, 2015 (FBC) - Doolaarri seeraan ala konkolaataa mana tokko keessa dhofkamuun socho'aa ture kumni 248 fi 300 to'atameera. Maallaqni kun Finfinnee ka'uun karaa Harargee…