Jarman Ityoophiyaa dabalatee biyyoota hongeen miidhamaniif deeggarsa Yuuroo miiliyoona 25 taasifte
Finfinnee, Bitootessa 13, 2015(FBC)- Mootummaan Jarman Ityoophiyaa, Keeniyaa, Soomaaliyaafi Sudaanitti lammiilee hongeen miidhamaniif deeggarsa Yuuroo miiliyoona 25 taasisuu ibsame.…